Title: GADAAN hundee Orumummaa, Eenyummaa fi Sirna polotikaa Oromooti.
1GADAAN hundee Orumummaa, Eenyummaa fi Sirna
polotikaa Oromooti.
2Gadaan maalinni
- GAADAAN..
- Sirna polotikaa Oromooti
- Hiyyeessaaf soressaa jedhee umata hinqoodu
- Gossummaa(ganddummaa) ballessaa
- Amanttedhaan umataa hin hiru
- Rorisummaaf farra
- Bekumssa Oromoo calaqedhaa
- Gadaan amantee miti
- Mallattoo/Simboo Oromummaa
3Gadaan Oromoo Tokkessaa?
- Gadaan kanan dura Oromoo tokkessee ture
- Gara fuula duras tokkumaa oromoo cimsuu danda,
saboota kanifis Gaachana fii Gaaddisa tau
dandda.
4Gadaan Oromoo Tokkessaa?
- Fakkenya Seenaa Hummata Jarmman
- Jaaraa 19ffaa kessa Kaabaa fii Giddu-galessa
Aurooppa kessa addan facani turani. - Motummaa mataa isaanii hinqabani turan
- Garuu, Aadaa isani irrati hundaanii, gurmauu
eegalani. fkk Fichte, Heder - Fedhi isanii fixaan baafatani, Mootummaa
ijaarratani, kana bira darbbanii biyyota Aurooppa
tokkessu irratti qooda cimaa fudhatani.
5Hara gadaan sadarkaa akamiitti hojjachaa jira
- Hundee sirna jireenya Oromoo (tumaa)
- Gumaa
- Fuudhaaf heeruma
- Hanna
6Odaa Makoodii
Odaa Nabee
Odaa Bisil Bokkuu Bul Bokkuu cittuu Bokkuu xulee
Odaa Bultum
Odaa Roobaa
Odaa Garres
7Qaama Gadaa
Luba
Robalee
Birmajii
Duuloo
Michillee
Horata
8Yaaii (Gumii) warra Lubaa
Odaawwan
Garres
Roobaa
Caffee
Bultum
Nabee
Salagan yaaii Oromoo
Makoodi
Abbaa Bokkuu
Bisil
9Salgan yaaii Oromiyaa
10Sadarkaa Caffee
Caffee Oromiyaa
ODAA
Caffee Anaa
Caffee Balbaala
Prepared by Dr. Mitikkuu Ejjetaa for ONAS 1ST
ANNUAL CONFERENCE, JULY 27, 2003, WASHINGTON D.C.
11Prepared by Dr. Iddossa Ejjetaa for ONAS 1ST
ANNUAL CONFERENCE, JULY 27, 2003, WASHINGTON D.C.
12Guddinaa fi dadhabinna Sirnna Gadaa
13Guddinaa fi dadhabinna Sirnna Gadaa
Sirna Gadaa
14Oromummaan malii ?
- Eenyummaa Oromummaa
- Oromummaa Akkaataa jiruuf jireenya uummata
Oromoo
15Hundeen Oromummaan maliinni?
O R O M U M M A A
Biyya fi seera itiin bulan
Duudhaa
Afaan
Qabeenya
Amanate
16(No Transcript)
17Oromummaa balleessuu jechuun...
- Biyya Oromoo diiguu jechudha
- Mootummaa fi caffee/gumii Oromoo balleessuu /The
Suspension of Oromo Government - Tuma, seeraa fi heera biyyi Oromoo ittiin bulu
balleessuu/The Suspension of Tuma /Constitution
seeraa Oromoo - Seenaa saba Oromoo fi Oromiyaa jallisuu,
busheessuu - Tokkummaa Oromoo tatamsaasuu
- Duudhaa, safuu /norm Oromoon ittiin bulu
balleesuu, amantee Oromoo maganuu / the
Excommunication of Amantii Oromoo - Afaan Oromoo baleeessuu (dhoowwuu) maqaa namaa,
maqaa biyyaa fi nannoowwanii jijjiiruu / The
prohibition of use of Afaan Oromoo - Qabeenya Lafa/Dachee Oromoo fudhatanii qabeenya
Oromoo saamuu
18Biyyi Oromoo akka diigamuu fi akka deebiee hin
ijjaaramne kan tattaafatu eenyunni ?
- Mootummooni Habashaa biyya Oromoo diiguuf kan
tattaafatan qobaasaanii miti. Meeshaa waranaa fi
gorsa biyyoolota adda addaa irraa baldhinaan
argachuuni - Menilik ennaa Oromiyaa diigee fudhate, gargaarsa
koloneeffatoota Awuroophaa irraa argateeni - Haile sellaasie (Faransaayii, UK, USSR fi USA)
Akka Oromiyaan deebiee hin ijjaaramne, Oromoota
bilisummaa Oromiyaa lolaanii biyyaa bulchuuf
dandeettii qaban karaa adda addaan kolaasse
/imusculategodhuurratti bobbae - Maqaa feudal titles (balambaras, Qenyazmash,
Dajamash) - Fuudhaa fi heerumaan (ijoollee Amaaraa
hoogganoota Oromoo jala naqan) - Mana baruumsa balabate school ilmaan
hoogganoota Oromoo Amaarummaa fi Mootummaa
Habashaa fudhataniif - Basaastuu namoota jajjaboo Oromoo jala kaahan
19Biyyi Oromoo akka diigamuu fi akka deebiee hin
ijjaaramne kan godhe eenyunni ?
- Wayyaanee (USA)
- Biyyaa Oromoo karaa baayee kukkutuu (gara
Amaraa, Tigree, Guraagee, kkf) - Biyya Oromoo keessatti Charter city huumuun
manadoroota kana keessaa Oromoota ariyuu - Suuta suutaan lakkoofsa/baayina Oromoo xiqqeesuu
(Systematic depopulation of Oromia (Dargagoo
Oromoo waraanatti erguun Oromon biyya saa
gadlakkisee akka baqatu gochu) - Akkuma mootummoon Habashaa Wayyaanee dura turan,
Oromoota oromummaa fi bilisummaa Oromoof lolan,
loluuf dandeettii qaban, hidhaa fi ajeechaan
fixuu - Uummata Oromoo hamilee cambsuu irratti bobaaa
jiru Hayyootaa fi jaarsa biyyaa hidhuuf
ajeechaan (Total demoralization of Oromos by
killing, harassing community leaders and elders
through qoranno programme) - Qabeenyaa samuu (Total economic pillage and
environmental and natural resources destruction)
20Gorsitoota fi hayyoota/beektoa Auroophaa
- Baayina Oromoo akkaataa ittiin hirdhisan
herregu (to reduce demographic inbalance) - Kitaaba waayee seenaa Oromoo balleessu
- Aada Habashaa gabbissu
- Faransaayiin Hailesellase gargaare 1930, 1955
- USSR Mangistuu garagaare 1970s fi 1980s
- USA Wayyaanee gargaare
21Dodola, Bale Mountains
22Environmental destruction
23Duudhaa Oromoo
- Duudhaa Oromoo /Cultural value .
- Sirba (sirba fuudhaaf heerumaa, sirba
ayyaanaa/ritual song, sirba jaalalaa, ragada,
dhiichisa, kkf) - Gerarsa,
- Seeyyee
- Jecha, Mammaaksa
- Aaadaa warraa (Family relationship )
- Amantii
- Afaan
- Aada seera Oromoo (seera guddifachaa, seera
gumaa, seera fuudhaaf heerumaa, kkf)
24Sirba, jecha, mammaaksa
- Hawaasni tokkoo yookaan namni tokko, gammachuu
saa, gaddina saa, jibbaa fi jaalala, kkf kan
calaqisu karaa sirbaati - Sirbii fi aadaan tokko guddachuu kan dandauu yoo
institution kana guddisu jiraate. Mootummooni
Habashaa institution akkasii akka hin huumamne
dhoowwaniiru.
25Amanteen pheenxee sirbi Oromoo akka badu
carraaqaniiru
- Sirbitoota Oromoo dhumanii, kan hafanis biyyaa
baqatani - Afaan Oromoon sirbuun dua ufitti waamuu tae
26Afaan Oromoo
- Waanti saba tokko saba biraa irraa, biyya tokko
biyya biraa irraa adaa baasu keessaa inni
hangafti Afaan saati - Afaan namni tokko ittiin guddate yoo bade,
akkaataa namichi sun yaadutu bada (his way of
thinking will be destroyed) - Fakeenyaaf Afaan maaliin yaadda? Afaan Oromoo
moo afaan Amaaraan yaada ? - Afaan Oromoo siboo eenyummaa Oromoo ti
- Kanaaf, Afaan Oromoo balleessuun Oromummaa
baleesuudha.
27Afaan Oromoo irra maaltu gahe ?
- Meneliki fi Haile selassie Afaan Oromoo mana
seeraatti, mana baruumsaati, kkf akka dimma itti
hin bahamne seeraan doowwani. - Namni Afaan Oromoo dubbatuu maqaan hedduun
baheef tabtaaba galla, gamad aaf, kkf. - Afaan Amhaaraa afaan guddinaa, afaan beektotaa,
afaan mootummaa, afaan ittiin ujii argatan, kkf
godhanii - Oromoon afaan saatti akka qaanawu, uf-tuffatu,
- Oromoon tokko mandara keessatti yoo afaan saa
dubbate, maqaan dhiphummaa, kennamaaf, kanaafis
dhabamuu dandaa - Yeroo mootummaa Dargii, Afaan Amaaraa baadiyyaa
Oromiyaa keessatti babaldhate (mesrete timirt,
duula, extension workers in relation to land
reform) - Yeroo Wayyaanee Biyya Oromootti Afaan Oromoo fi
Amaaraatu baratama. Garuu Afaan Oromoo iddoo
biraatti hin baramu. Manadorrota biyya Oromoo
Charter Cities jedhaman keessatti afaan Amaaraa
duwwaatu barama - Akkasitti, Afaan Oromoo suuta suutaan akka badu
(gradual abolishment) godhamaa jira
28Maqaa
- Maqaan enyummaa saba tokkoo ibsa, yokin calaqisa.
- Maqaan biyya Oromoo, naannoowwan, lagoowwan,
manadaroota, Oromummaa iraa Amaarummaatti
jijiiruuf karaa hedduun tattaafatame. - Shaggar Addis Ababaa Bushooftuu Debre Zeit
Adamaa - Nazreth - Maqaan uummata Oromoos akkasuma gara Amaaraa,
Kiristaanaa fi Arabaatti baldhinaan jijjiirame - Kabbadaa, Abbabaa, Girmaa
- Daaniel, Yohaanis
- Ahmed, Mohamad
29Amantii fi Oromummaa
Islaamaa
Waaqefannaa (simbo/symbol Oromummaa)
40
Ortodoksi fi Waaqeffataa
25
Waaqeffataa
10
Protestant
10
Ortodoksi
5
30Amantee
- Who brought education but Christian
missionaries? - Who fought against tradition religions but
Christian and Muslim missionaries? - Who saw traditional religions as deadly
adversaries but Christian missionaries? - Who therefore detached the African from his
religion but the church people? (Taban Lo
Liyong, 198881-91)
31Amantee
- African religions were treated as an evil which
had to be encountered. This can be seen in the
following quotation "Once their children have
gone to school, they begin to show interest in
the strange religion of the white missionaries,
religion which denies the truth of Tonga
religious beliefs." It was frequently believed by
Western missionaries that traditional religious
beliefs and practices were inferior, and
traditional customs had to be done away with
before the acceptance of Christianity (Taban Lo
Liyong, 198881-91)
32Dhiibbaa ormaa, waldhaansoo bilisummaa irratti
tae, taaas jiru
- Hayyoota/intelectual Oromoo Oromummaa yookaan
Itiophiwummaa - Dhiibbaa biyyoolii Arabaa
- Dhiibbaa Sumaalee
- Dhiibbaa amantii kristanaa
- Dhiibbaa mootummoota gudguddoo
33Ulfina eenyummaa ufii
- Mootummaan tokko saba tokko ennaa qabatu amilee
saa cabseetu. - Haallii fi seerri sirna koloneeffataa, sabni
moatame sunis akka uf tuffatu, akka eenyummaa
ufii mormu taa - Koloneeffatoonni, siruma, humnuma maaliiniillee
tau, akka hin moatamne karaa adda adda dibbeen
waan reebaniif, miidhaa fi cunqursaan saba
koloneeffatame irra gahes hamilee saa waan
cabseef, sirni kun akka ujii waaqayyootti
fudhatamee, tattaafanni bilisa uf-baasuu ni
yarata. - Ufi ulfeessuun , boonuun, yookaan amanuun saba
ufii irratti ulfeessuu, boonuu fi abdii
qabaachuudha
34Farra Oromummaa
- Farri Oromummaa fi eenyummaa Oromoo inni hangafti
dhiibbaa ormaa ti - Kaayyon ilaamaan Habashaa, eenyummaa Oromoo
dhabamsiisudha - Oromummaa ofi irratti amanuun guddata
- Oromummaa jabeesuuf hundee aada (basic and
fundamental value Oromoo culture and values)
baruu qabna (fakeenyaaf Gadaa fi Safuu Oromo)
35- Eenyummaan Oromoo utubaa bilisummaa Oromoo waan
taeef, hangafti ujii, eenyummaa ufii gurmeesuu
dha - Amma fedhe dhiibbaa fi miidhaan oromummaa fi
eenyummaa irratti waggoota dhibbaa ol
carraaqamullee, uummanni Oromoo oromummaa saa fi
eenyummaa saa eeggateera, tifkateeras - Oromummaa jabeesuuf duula cimaa barbaachisa.
Kanaafis ONA/AUO meeshaa cimaa tauu dandaa
36Oromummaa (eenyummaa) Bilisummaa/Biyya Oromoo
Farrawwan Oromummaa Waldhaansoo Oromummaa fi
Oromia balleessuf
Waldhaansoo 1ffaa Oromummaa deebisuu
Waldhaanso 2ffa bilisummaa
Islaamummaa
Oromummaa fi eenyummaa
Oromummaa biyya Oromoo (Mootummota
Oromummaa, Bilisummaa, Biyya Oromoo
Amaarummaa
Galla
Óromummaa
VI
III
II
I