Gabaasa - PowerPoint PPT Presentation

About This Presentation
Title:

Gabaasa

Description:

fayya – PowerPoint PPT presentation

Number of Views:50
Slides: 21
Provided by: abuhasin
Category:
Tags:

less

Transcript and Presenter's Notes

Title: Gabaasa


1
Gabaasa Qooddii Qabeenya Namaa Aanaa Cinaaksanii
fi Makkanniisa Oromoo Hagayya ,2015
2
  • Seensa

3
  • Mootummaan naannoo Oromiyaa galmoota
    misoomaa,Bulchinsa Gaarii fi Nageenyaa Qabaman
    bifa guutuu taeen hojiirra oolchuuf hojmaataa fi
    gurmaainsa hojjachiisuu dandaan sadarkaa
    hundatti uumuun mootummaa cimaa ,galmoota qabaman
    milkeessuu dandaan ijaaruun barbaachisaa tauu
    isaa itti amanee yeroo gara yerootti gurmaainsa
    haaraawa diriirsuun ummanni irraa fayyadamaa akka
    tauuf hojjachaa jira.
  • Haaluma kanaan Aanaan haaraan Aanaa Cinaaksan
    irraa adda bahee akka gurmaawu waan godhamee
    jiruuf qoodinsa qabeenya namaa gaggeeffameef
    akkaataa armaan Kanaan gabaasni qophaawee jira.

4
  • Misooma fi hooggansa qabeenya namaa
    hammayyeessuu, Gurmaainsa haaraa fi hojimaata
    mijjaawaa diriirsuu fi teeknoloojii ammayyaatti
    fayyadamuun hawaasni tajaajiloota mootummaan
    kennaman irraa fayyadamoo akka taan ,galmoota
    misoomaa qabaman milkeessuu, bulchiinsa gaarii
    dhugoomsuu fi tajaajila kennamu
    ariifachisaa,qulqulluu fi itti fufiinsa qabuu fi
    uummatni keenya irraa fayyadamu taasisudha.

5
  • Qooddiin qabeenya namaa gaggeeffamee ture
    of-eegannoo cimaanii fi qajeelfama qooddii
    qabeenya namaa bahe irratti hundaawuun kan
    gaggeeffame tauu isaati.
  • Miira itti gaaffatamummaa fi kutannoo olaanaa
    qabuun kan hojjatameedha.
  • Koreewwan adda addaa hundeeffamuun qajeelfama
    qooddii qabeenya namaa irratti hubannoon
    kennamuun xiyyeeffannoo olaanaan kan hojjatame
    tauu isaati.

6
  • Qajeelfamaa fi caasaalee M/hojii hundeeffamanii
    gadi buusuu
  • Sadarkaa Godinaatti Karoora leenjii fi qooddii
    qabeenya namaa qopheesuu
  • Sadarkaa Godinaatti koreewwan qooddii qabeenya
    namaa hundeessuu
  • Sadarkaaa Aanaalee lamaan irraa koree qooddii
    qabeenya namaa olaanoo fi teeknikaa hundeeffamuu
  • Qabeenya namaa jiru addaan baasuu
  • Leenjii hubannoo qajeelfama qooddii qabeenya
    namaa koreewwan teeknikaa fi hojjattoota
    waliigalaaf kennamee jira

7
(No Transcript)
8
(No Transcript)
9
  • Sadarkaa Godinaatti koreewwan miseensa afur (4)
    of keessaa qabu hundaawee jira
  • Itti gaafatamaa W/ra Bulchiinsaa Walitti Qabaa
  • Itti gaafatamaa Waajjira Maallaqaa
  • Itti gaafatamaa WPSMQN
  • Itti gaafatamaa komishinii karooraa fi misoomaa

10
  • 2.Sadarkaa Aanaalee lameeniitti koreewwan
    miseensota Saddeer (8) of keessaa qabu hundaawee
    jira
  • Itti gaafatamtoota W/ra Bulchiinsaa(2)
  • Itti gaafatamtoota Waajjira Maallaqaa (2)
  • Itti gaafatamtoota WPSMQN (2)
  • Hojjattoora irraa Nama (2)

11
  • Duursaalee Garee/Abbootii Adeemsaa dhi dub
    w/g
  • Hojjattoota waajjiraa Dhi dub w/g
  • Hojjattoota misooma Qonnaa dhi dub w/g
  • Barsiisota dhi dub w/g
  • Manaajaroota Gandaa dhi dub w/g
  • Ogeessota Buufata Fayyaa dhi dub w/g
  • Ekisteeshinii Fayyaa dhi dub w/g
  • Hojjattoota Safarrii lafaa dhi dub w/g
  • Hojjattoota koophireetiivii WHG dhi dub
    w/g
  • Hojjattoota W/G dhi dub w/g

12
(No Transcript)
13
(No Transcript)
14
  • Koreewan Sadarkaa Sadarkaa Aanaalee lamaan irraa
    hundaawan hojitti galuu
  • Akkaa Qajeelfamaatiin Qooddii Qabeenya namaa
    Gaggeessuu
  • Qaboo yaaii Qopheessuun duraan duursa fedhiin
    Aanaa Makkanniisa Oromootti kan galan adda baasuu
  • Ergasii warren hafan carraa kaasuun Adda baasuu

15
(No Transcript)
16
(No Transcript)
17
(No Transcript)
18
(No Transcript)
19
(No Transcript)
20
(No Transcript)
Write a Comment
User Comments (0)
About PowerShow.com